Hojii Hojjetamaa turamee fi Bu'aa argame/Work Done and Results

Image
Hirmaannaa Hooggansaa kan agarsiisu
Image
Gumii Nageenyaa Manneen barnootaa keessatti yeroo hundeeffamu kan agarsisuudha
Image

Konfiraansii fi marii geggeeffamaa tureen bu’aan argame namootni aggatamanii turan fi qabeenyi hatamee ture deebi’uu danda’ee jira. Akkasumas walittidhufeenya naannoolee ollaa cimsuuf mana barumsaa ifa boruu Magalaa Gambellaatti ijaarame.

Image

Leenjii Dandeettii raawwachistummaa caasaa nageenyaa fi fokal personii kennamaa turee jira.

Image Marii hawwasaa bakkeewwan adda addaatti geeggeeffamaa ture jira.

ImageKabaja Ayyaanaa Qillee Bara 2015 Buqaatota Magaalaa Baambasii Waliin Kabajame.

Image Aadaa waliin jireenya uummata Oromoo fi Benishangul Gumuz cimsuuf Ayyaana Musilimaa Magalaa Asoosaatti geggeeffame.

Image Ayyaanni irreechaa aadaa oromoo ta’us ummata naannoo Gambellaa fi Magalaa Asoosaa waliin yeroo kabajamu.

Image Koree cimdii aanaalee fi gandoota gidduutti waliin geggeeffamee fi sanada waliin mallatteeffame.

Image Dargaggooti naannolee daangaa Lixa Oromiyaa fi Benishaangul jaalala obbolummaa akka agarsiisaniif isportiidhaan walitti fiduu irratti hojjetamee jira.


Back to Home

© www.OBGPD.gov.et. All Rights Reserved.